Organization Catagories
- Organization Catagories
- Accountant
- Aviation
- Bank
- Banks
- College
- Contractors
- Embassy
- Factory
- Factory / Industries
- Factory/industries
Fields of Study
Job Type:Government Organization
Fields of Education: CTM,Civil Engineering/Structural Engineering Civil Engineering/Electrical Engineering/ and others
Organization: Biiroo Konistiraakshinii Oromiyaa
Salary : 4,239 - 4,711
Posted:2016-10-01
Application Dead line:2016-10-09
Biiroon Konistriraakshinii Oromiyaa dorgomtoota ulagaalee gitoota banaa qabu irratti dorgomsisee dhaabbiidhaan qacaruu barbaada. Kanaafuu, ulaagalee gabatee armaan gadii irratti caqafamee fi kana olis namoonni qabdan akka dorgomtan afeerramtaniittu.
Lakk |
Waamama gita Hojii |
L/Eenyu |
Sadarkaa |
Gosa Barnootaa |
Sadarkaa Barnootaa |
Baay’ina |
Bara tajaajila |
Mindaa |
1 |
R/H/Qor.Gabaa fi Gatii Ijaarsaa |
46/Gxx-26 |
VII |
CTM,Civil Engineering |
MSC/BSC |
16 |
Zeeroo |
4,711 |
2 |
R/Galmee fi kennaa Hayyama Konistraakshinii |
46/Gxx-27 |
VII |
CTM |
MSC/BSC |
18 |
Zeeroo |
4,711 |
3 |
Injinara Istiraakcharii |
46/Gxx-29
|
VI |
Structural Engineering Civil Engineering |
MSC/BSC |
3 |
Zeeroo |
4,711 |
4 |
Injiinara Elektiriikaa |
46/Gxx-30 |
VI |
Electrical Engineering |
MSC/BSC |
13 |
Zeeroo |
4,711 |
5 |
Injiinara saniitarii |
46/Gxx-31 |
VI |
Sanitarial Engineering Hydrolic Engineering |
MSC/BSC |
20 |
Zeeroo |
4,711 |
6 |
Arkiteektii |
46/Gxx-32 |
VII |
Architecture |
MSC/BSC |
20 |
Zeeroo |
4,711 |
7 |
R/H/Qorannoo fifi Diizaayinii (MATERIAL ENGINEERING) |
46/Gxx-38 |
VI |
CTM, Civil Engineering |
MSC/BSC |
20 |
Zeeroo |
4,711 |
8 |
R/H/Qoranno fi Diizaayinii (SURVEYING) |
46/Gxx-39 |
V |
Surveying |
MSC/BSC |
20 |
Zeeroo |
4,711 |
9 |
Inj Gamaaggama Dizaayinii fi Heyyama ilaarsa (Mahaandisa Istiraakcharaa) |
46/Gxx- 42 |
VI |
Structural Eingineering civil Engineering |
MSC/BSC |
3 |
Zeeroo |
4,711 |
10 |
Inj-Gaamaaggama Dizaayiniifi Heyyama Ijaarsaa (Mah. Elektirikaa) |
46/Gxx- 43 |
VI |
Electrical Engineering |
MSC/BSC |
10 |
Zeeroo |
4,711 |
11 |
R/H/Galmee Madaallii Leenjii fi MGO Konisitraakshinii |
46/Gxx-50 |
VII |
Management |
MA/BA |
10 |
Zeeroo |
4,239 |
Hubachiisa
- Dandeetti Qooqaa – Afaan Oromoo Dubbachuu, Barreessuu fi Dubbisuu kan danda’u
- Guyyaa galmee – Beeksisni kun guyyaa Gaazexaa Addis Zaman irratti bahee kaasee guyyoota hojii kudhan (10) walitti aansee jiru,
- Haala Qacarrii – Dhaabbiidhaan
- Ragaa Barumsaa – Dokimanti orijinaalaaa fi kooppii hin deebine 1 qabattanii dhiyaachuu qabdu
- Qabxii barnoota (CGPA) – Dhiiraaf 3.25 fi isaa ol, Dubaraaf 3.00 fi isaa ol
- Iddoo Hojii Gitoota hundumaaafuu Godinaalee Motummaa Naannoo Oromiyaa keesa jiran keessatti
Teessoon keenyaa /Iddoon Galmee – Daandii Boolee gubbaa Gamo Meeggaa fulduraa Gamoo Hansam Darbii lammaffaa (2) kutaa 204tti
Biiroo Konistiraakshinii Oromiyaa
Please Click here
to move back to job lists